Baʼuu 24:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Achiis Museen duumessicha keessa seenee gara gaarichaatti ol baʼe.+ Innis guyyaa 40 fi halkan 40 gaaricha irra ture.+ Keessa Deebii 9:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Ani gabateewwan dhagaa, jechuunis gabateewwan kakuu Yihowaan isinii wajjin gale qabatan sana+ fudhachuuf yommuun gaarichatti ol baʼetti,+ nyaata utuu hin nyaatin, bishaanis utuu hin dhugin guyyaa 40 fi halkan 40 gaaricha irra tureera.+
18 Achiis Museen duumessicha keessa seenee gara gaarichaatti ol baʼe.+ Innis guyyaa 40 fi halkan 40 gaaricha irra ture.+
9 Ani gabateewwan dhagaa, jechuunis gabateewwan kakuu Yihowaan isinii wajjin gale qabatan sana+ fudhachuuf yommuun gaarichatti ol baʼetti,+ nyaata utuu hin nyaatin, bishaanis utuu hin dhugin guyyaa 40 fi halkan 40 gaaricha irra tureera.+