-
Baʼuu 24:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Yihowaanis Museedhaan, “Gaaricha irratti gara kootti ol baʼiitii achi turi. Gabateewwan dhagaa seerichaa fi ajaja isa qajeelfama akka isaaniif taʼuuf ani irratti barreessu sana siif nan kenna”+ jedhe.
-
-
Baʼuu 32:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Gabateewwan sana kan tolche Waaqayyo ture; barreeffamni gabateewwan sana irra jirus barreeffama Waaqayyo boce ture.+
-