Baʼuu 31:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Waaqayyos Gaara Siinaa irratti isaa wajjin dubbatee akkuma xumureen, gabateewwan Dhugaa Baatuu+ lama, jechuunis gabateewwan dhagaa quba Waaqayyootiin+ irratti barreeffame sana Museetti ni kenne. Keessa Deebii 9:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Achiis Yihowaan gabateewwan dhagaa lamaan warra quba Waaqayyootiin irratti barreeffame naaf kenne; wanti Yihowaan guyyaa yaaʼichaatti* gaaricha irratti ibidda keessaa isinitti dubbate hundis isaan irratti barreeffamee ture.+
18 Waaqayyos Gaara Siinaa irratti isaa wajjin dubbatee akkuma xumureen, gabateewwan Dhugaa Baatuu+ lama, jechuunis gabateewwan dhagaa quba Waaqayyootiin+ irratti barreeffame sana Museetti ni kenne.
10 Achiis Yihowaan gabateewwan dhagaa lamaan warra quba Waaqayyootiin irratti barreeffame naaf kenne; wanti Yihowaan guyyaa yaaʼichaatti* gaaricha irratti ibidda keessaa isinitti dubbate hundis isaan irratti barreeffamee ture.+