Baʼuu 34:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Innis guyyaa 40 fi halkan 40f achuma Yihowaa bira ture. Inni nyaata hin nyaanne, bishaanis hin dhugne.+ Innis* jechoota kakuu sana, jechuunis Ajajawwan Kurnan* gabateewwan sana irratti ni barreesse.+ Keessa Deebii 9:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Ani gabateewwan dhagaa, jechuunis gabateewwan kakuu Yihowaan isinii wajjin gale qabatan sana+ fudhachuuf yommuun gaarichatti ol baʼetti,+ nyaata utuu hin nyaatin, bishaanis utuu hin dhugin guyyaa 40 fi halkan 40 gaaricha irra tureera.+
28 Innis guyyaa 40 fi halkan 40f achuma Yihowaa bira ture. Inni nyaata hin nyaanne, bishaanis hin dhugne.+ Innis* jechoota kakuu sana, jechuunis Ajajawwan Kurnan* gabateewwan sana irratti ni barreesse.+
9 Ani gabateewwan dhagaa, jechuunis gabateewwan kakuu Yihowaan isinii wajjin gale qabatan sana+ fudhachuuf yommuun gaarichatti ol baʼetti,+ nyaata utuu hin nyaatin, bishaanis utuu hin dhugin guyyaa 40 fi halkan 40 gaaricha irra tureera.+