Baʼuu 32:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Yihowaan itti fufuudhaan Museedhaan akkana jedhe: “Sabni kun didaa* taʼuu isaa ani argeera.+ Keessa Deebii 9:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Ati saba didaa* waan taateef,+ Waaqni kee Yihowaan biyya gaarii kana dhaalaan kan siif kennu qajeelummaa keetiin kan kaʼe akka hin taane beeki. Hojii Ergamootaa 7:51 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 51 “Isin namoota mata jabeeyyii, garaan keessanii fi gurri keessan didaa taʼe* nana, isin yeroo hundumaa hafuura qulqulluu mormitu; isinis wantuma abbootiin keessan godhan gootu.+
6 Ati saba didaa* waan taateef,+ Waaqni kee Yihowaan biyya gaarii kana dhaalaan kan siif kennu qajeelummaa keetiin kan kaʼe akka hin taane beeki.
51 “Isin namoota mata jabeeyyii, garaan keessanii fi gurri keessan didaa taʼe* nana, isin yeroo hundumaa hafuura qulqulluu mormitu; isinis wantuma abbootiin keessan godhan gootu.+