Baʼuu 34:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Achiis akkana jedhe: “Yaa Yihowaa, ani si duratti fudhatama argadheera yoon taʼe, maaloo Yihowaa, saba didaa* yoo taane iyyuu+ ati nu gidduu taʼiitii nuu wajjin deemi;+ dogoggoraa fi cubbuu keenya nuuf dhiisi;+ akka qabeenya dhuunfaa keettis nu simadhu.” Faarfannaa 78:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Sana booda isaan akka abbootii isaanii,Dhaloota didaa fi fincilaa,+Dhaloota garaan isaa walaallammii taʼe,*+Isa hafuurri isaa Waaqayyoof amanamaa hin taane hin taʼan.
9 Achiis akkana jedhe: “Yaa Yihowaa, ani si duratti fudhatama argadheera yoon taʼe, maaloo Yihowaa, saba didaa* yoo taane iyyuu+ ati nu gidduu taʼiitii nuu wajjin deemi;+ dogoggoraa fi cubbuu keenya nuuf dhiisi;+ akka qabeenya dhuunfaa keettis nu simadhu.”
8 Sana booda isaan akka abbootii isaanii,Dhaloota didaa fi fincilaa,+Dhaloota garaan isaa walaallammii taʼe,*+Isa hafuurri isaa Waaqayyoof amanamaa hin taane hin taʼan.