Baʼuu 32:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Yihowaan itti fufuudhaan Museedhaan akkana jedhe: “Sabni kun didaa* taʼuu isaa ani argeera.+ Baʼuu 33:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Gara biyya aannanii fi damma maddisiistutti ol baʼaa.+ Taʼus isin saba didaa* waan taataniif,+ karaa irrattis isin balleessuu waanan dandaʼuuf,+ ani isin gidduu hin deemu.”
3 Gara biyya aannanii fi damma maddisiistutti ol baʼaa.+ Taʼus isin saba didaa* waan taataniif,+ karaa irrattis isin balleessuu waanan dandaʼuuf,+ ani isin gidduu hin deemu.”