-
Lakkoofsa 14:13, 14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Museen garuu Yihowaadhaan akkana jedhe: “Yeroo kanatti warri Gibxii warri ati humna keetiin saba kana isaan gidduudhaa baaste sun kana ni dhagaʼu;+ 14 achiis waaʼee kanaa jiraattota biyya kanaatti ni himu. Isaan ati Yihowaan saba kana gidduu akka jirtuu+ fi fuulaa fuulatti akka isaanitti mulʼattes dhagaʼaniiru.+ Ati Yihowaa dha; duumessi kees isaan gararraa buufateera; guyyaa utubaa duumessaatiin, halkan immoo utubaa ibiddaatiin isaan dura ni deemta.+
-