19 Achiis Iyyaasuun sabichaan akkana jedhe: “Isin Yihowaa tajaajiluu hin dandeessan; sababiin isaas inni Waaqa qulqulluu dha;+ akkasumas Waaqa namoonni guutummaatti akka isaaf bulan barbaadu dha.+ Inni balleessaa keessanii fi cubbuu keessan isiniif hin dhiisu.+