LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 23:20, 21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 “Akka inni daandii kee irratti si eeguu fi gara iddoo ani siif qopheessetti si galchuuf,+ maleekaa koo si dura nan erga.+ 21 Wanta inni jedhu dhagaʼi; sagalee isaatiifis ajajami. Inni balleessaa keessaniif dhiifama waan hin gooneef,+ isin isa irratti fincila hin kaasinaa; sababiin isaas maqaan koo isa irra jira.

  • Lakkoofsa 14:35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 35 “‘“Ani Yihowaan dubbadheera. Guutummaa yaaʼii hamaa taʼe isa anaan mormuudhaan walitti qabame kana irratti akkana nan godha: Isaan lafa onaa kana keessatti ni dhumu; asumattis ni duʼu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi