Lakkoofsa 14:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Warri umuriin keessan waggaa 20 fi isaa ol taʼee galmeeffamtan hundi, jechuunis warri ana irratti gungumtan hundi+ reeffi keessan lafa onaa kana keessatti ni kukkufa.+ Ibroota 3:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Kana malees, warri Waaqayyo waggaa 40f isaanitti aare eenyufaa turan?+ Warra cubbuu hojjetanii reeffi isaanii lafa onaa keessatti kukkufee hafe+ sana mitii ree?
29 Warri umuriin keessan waggaa 20 fi isaa ol taʼee galmeeffamtan hundi, jechuunis warri ana irratti gungumtan hundi+ reeffi keessan lafa onaa kana keessatti ni kukkufa.+
17 Kana malees, warri Waaqayyo waggaa 40f isaanitti aare eenyufaa turan?+ Warra cubbuu hojjetanii reeffi isaanii lafa onaa keessatti kukkufee hafe+ sana mitii ree?