- 
	                        
            
            Baʼuu 24:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
4 Kanaafuu, Museen dubbii Yihowaa hundumaa ni barreesse.+ Achiis ganama bariidhaan kaʼee gaaricha jalatti iddoo aarsaa tokkoo fi siidaawwan gosoota Israaʼel 12n bakka buʼan 12 ni ijaare.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Keessa Deebii 31:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
9 Achiis Museen Seera kana barreessee,+ Leewwota luboota taʼan warra taabota kakuu Yihowaa baatanittii fi jaarsolii Israaʼel hundumaatti ni kenne.
 
 -