Baʼuu 34:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Yihowaanis itti fufuudhaan Museedhaan, “Ani akkuma jechoota kanaatti sii wajjinii fi Israaʼelii wajjin kakuu waanan galuuf,+ wantoota kana barreessi”+ jedhe.
27 Yihowaanis itti fufuudhaan Museedhaan, “Ani akkuma jechoota kanaatti sii wajjinii fi Israaʼelii wajjin kakuu waanan galuuf,+ wantoota kana barreessi”+ jedhe.