-
Baʼuu 34:32Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
32 Sana booda Israaʼelonni hundi isatti ni dhihaatan; innis ajajawwan Yihowaan Gaara Siinaa irratti isaaf kenne hundumaa isaanitti ni hime.+
-