Baʼuu 24:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Museenis dhufee dubbii Yihowaa hundumaa fi heerawwan isaa hundumaa sabichatti hime;+ guutummaan sabichaas sagalee tokkoon, “Nuti dubbii Yihowaan dubbate hundumaa raawwachuuf fedhii qabna”+ jedhanii deebisan. Keessa Deebii 1:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Waggaa 40ffaatti,+ waggicha keessaa jiʼa 11ffaatti, jiʼicha keessaas guyyaa jalqabaatti, Museen akkuma Yihowaan akka isaanitti himu isa ajajetti wanta hundumaa Israaʼelotatti* ni hime.
3 Museenis dhufee dubbii Yihowaa hundumaa fi heerawwan isaa hundumaa sabichatti hime;+ guutummaan sabichaas sagalee tokkoon, “Nuti dubbii Yihowaan dubbate hundumaa raawwachuuf fedhii qabna”+ jedhanii deebisan.
3 Waggaa 40ffaatti,+ waggicha keessaa jiʼa 11ffaatti, jiʼicha keessaas guyyaa jalqabaatti, Museen akkuma Yihowaan akka isaanitti himu isa ajajetti wanta hundumaa Israaʼelotatti* ni hime.