-
Baʼuu 39:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Dhagoonni kun maqaa ilmaan Israaʼel 12n kan bakka buʼan turan; maqaawwan isaanii akkuma chaaphaatti kan bocaman yeroo taʼu, maqaan tokko gosoota 12n keessaa isa tokko kan bakka buʼu ture.
-