LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 31:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Akka isa gargaaruufis Oholiyaab+ ilma Ahisaamaak isa gosa Daan taʼe muudeera; ani garaa namoota dandeettii* qaban hundumaa keessa ogummaa nan kaaʼa; kunis wanta ani si ajaje kana hundumaa akka hojjetaniifi:+

  • Baʼuu 31:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 uffatawwan baʼeessa taʼanii dhaʼaman, uffatawwan qulqulluu Aaron lubichi uffatu, uffatawwan ilmaan isaa luboota taʼanii tajaajiluuf uffatan,+

  • Baʼuu 39:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Achiis isaan godoo qulqulluu+ sana, jechuunis dunkaanichaa+ fi miʼawwan isaa hundumaa gara Museetti fidan; wantoonni isaan fidan kanneen kana turan: wal qabsiistuuwwan+ isaa, maqaaniiwwan+ isaa, danqaraawwan+ isaa, utubaawwan isaa, miiloowwan isaa warra uraa qaban,+

  • Baʼuu 39:41
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 41 uffatawwan baʼeessa taʼanii dhaʼamanii fi iddoo qulqulluu keessatti tajaajiluuf uffataman, uffatawwan qulqulluu Aaron lubichi uffatu,+ akkasumas uffatawwan ilmaan isaa luboota taʼanii tajaajiluuf uffatan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi