-
Baʼuu 28:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Ulfinaa fi miidhagina akka isaa kennuuf obboleessa kee Aaroniif uffata qulqulluu ni tolchita.+
-
-
Baʼuu 39:27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 Sana booda isaan Aaronii fi ilmaan isaatiif foʼaa quncee talbaa baʼeessa namni wayyaa dhaʼu qopheesse irraa uffata dheeraa ni tolchan;+
-