-
Baʼuu 28:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 “Isaan efuudicha warqii, foʼaa bifa cuquliisaa, suufii bifa dhiilgee, foʼaa diimaa fi quncee talbaa baʼeessa taʼee foʼame irraa ni tolchu; xilfiin kan irratti dhaʼames haa taʼu.+
-
-
Baʼuu 39:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Inni efuudicha+ warqii, foʼaa bifa cuquliisaa, suufii bifa dhiilgee, foʼaa diimaa fi quncee talbaa baʼeessa taʼee foʼame irraa ni tolche.
-