LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 28:6-8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 “Isaan efuudicha warqii, foʼaa bifa cuquliisaa, suufii bifa dhiilgee, foʼaa diimaa fi quncee talbaa baʼeessa taʼee foʼame irraa ni tolchu; xilfiin kan irratti dhaʼames haa taʼu.+ 7 Efuudiin sun kutaa gateettii irra oolu lamaa fi fiixee isaa lamaan irratti walitti qabsiifame haa qabaatu. 8 Sabbanni dhaʼame+ inni efuudiin sun iddoo isaatii akka hin sochoone gochuuf itti qabsiifamu wantootuma wal fakkaatan, jechuunis warqii, foʼaa bifa cuquliisaa, suufii bifa dhiilgee, foʼaa diimaa fi quncee talbaa baʼeessa taʼee foʼame irraa haa tolfamu.

  • Leewwota 8:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Sana booda uffata dheeraa+ sana isatti uwwise; sabbatichas isatti hidhe;+ qoloo sana isatti uwwise;+ efuudichas isa irra kaaʼee+ iddoo isaatii akka hin sochooneef sabbata efuudichaa isa dhaʼame sanaan ni hidhe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi