-
Baʼuu 28:4, 5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 “Uffanni isaan tolchan kanneen kana dha: kiisii qomaa,+ efuudii,+ qoloo,+ uffata dheeraa bifa roga afuriin dhaʼame, marata mataa+ fi sabbata;+ inni anaaf luba taʼee akka tajaajiluuf isaan obboleessa kee Aaronii fi ilmaan isaatiif uffatawwan qulqulluu kana ni tolchu. 5 Namoonni dandeettii qaban warqii, foʼaa bifa cuquliisaa, suufii bifa dhiilgee, foʼaa diimaa fi foʼaa quncee talbaa baʼeessa taʼetti fayyadamu.
-