-
Leewwota 6:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Lubichis Yihowaa duratti araara isaaf ni argamsiisa; wanti yakkamaa isa godhe kam iyyuu akka isaaf dhiifamus ni godha.”+
-
-
Leewwota 19:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Lubichis korbeessa hoolaa aarsaa yakkaatiif dhihaate sanatti fayyadamee cubbuu inni raawwateef Yihowaa duratti araara isaaf ni argamsiisa; innis cubbuu raawwateef dhiifama ni argata.
-