Baʼuu 27:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Daaraa isaa* qulqulleessuuf baaldiiwwan, akaafaawwan, saaniiwwan golboo, shukkaawwanii fi qodaawwan ibiddaa dabalatee miʼawwan isaa hundumaa sibiila diimaa irraa ni tolchita.+ Leewwota 1:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Innis qalqalloo midhaanii isaa keessaa baasee, baallee isaas irraa ciree iddoo aarsaa biratti kallattii bahaatiin, bakka daaraan* itti gad naqamutti haa gatu.+
3 Daaraa isaa* qulqulleessuuf baaldiiwwan, akaafaawwan, saaniiwwan golboo, shukkaawwanii fi qodaawwan ibiddaa dabalatee miʼawwan isaa hundumaa sibiila diimaa irraa ni tolchita.+
16 Innis qalqalloo midhaanii isaa keessaa baasee, baallee isaas irraa ciree iddoo aarsaa biratti kallattii bahaatiin, bakka daaraan* itti gad naqamutti haa gatu.+