LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 27:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Daaraa isaa* qulqulleessuuf baaldiiwwan, akaafaawwan, saaniiwwan golboo, shukkaawwanii fi qodaawwan ibiddaa dabalatee miʼawwan isaa hundumaa sibiila diimaa irraa ni tolchita.+

  • Leewwota 4:11, 12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 “‘Haa taʼu malee, gogaa jibicha kanaa, foon isaa hundumaa, mataa isaa, luka isaa, marʼimaan isaa, cumaa*+ isaa, 12 jechuunis qaama jibicha sanaa isa hafe hundumaa buufatichaa alatti iddoo qulqulluu bakka daaraan* itti gatamutti akka geeffamu godha; achiis qoraan irra kaaʼee ibiddaan haa gubu.+ Wanti kun bakka daaraan itti gatamutti haa gubamu.

  • Leewwota 6:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Lubichis uffata lubummaa isaa argisiisuu fi quncee talbaa irraa tolfame ni uffata;+ qullaa isaa dhoksuufis qumxaa+ isaa* isa quncee talbaa irraa tolfame ni uffata. Achiis daaraa*+ aarsaa gubamu isa iddoo aarsaa irratti ibiddaan gubate sanaa fuudhee iddoo aarsaa sana cinaa kaaʼa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi