LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 28:39
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 39 “Foʼaa quncee talbaa baʼeessa taʼe irraa uffata dheeraa bifa roga afuriin dhaʼame tolchi; marata mataas quncee talbaa baʼeessa taʼe irraa tolchi; akkasumas sabbata dhaʼame tolchi.+

  • Leewwota 16:32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 “Lubni abbaa isaa bakka buʼuudhaan+ luba taʼee+ akka tajaajilu dibamuu+ fi muudamu* sun araara ni argamsiisa; akkasumas uffata quncee talbaa irraa tolfame, jechuunis uffata qulqulluu+ sana ni uffata.+

  • Hisqiʼel 44:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 “‘Isaan yommuu gara karrawwan mooraa isa keessaatti seenan uffata quncee talbaa irraa tolfame uffachuu qabu.+ Yommuu karrawwan mooraa isa keessaa keessatti yookiin iddoowwan achi keessatti argamanitti tajaajilan uffata rifeensa hoolaa irraa tolfame akkamii iyyuu uffachuu hin qaban.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi