-
Baʼuu 28:39Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
39 “Foʼaa quncee talbaa baʼeessa taʼe irraa uffata dheeraa bifa roga afuriin dhaʼame tolchi; marata mataas quncee talbaa baʼeessa taʼe irraa tolchi; akkasumas sabbata dhaʼame tolchi.+
-
-
Baʼuu 39:27, 28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 Sana booda isaan Aaronii fi ilmaan isaatiif foʼaa quncee talbaa baʼeessa namni wayyaa dhaʼu qopheesse irraa uffata dheeraa ni tolchan;+ 28 marata mataa+ foʼaa quncee talbaa baʼeessa taʼe irraa tolfame, marata mataa faayawwaniin miidhagfamee+ fi foʼaa quncee talbaa baʼeessa taʼe irraa tolfame, qumxaawwan* foʼaa quncee talbaa+ baʼeessa taʼee foʼame irraa tolfaman,
-