- 
	                        
            
            Baʼuu 29:8, 9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
8 “Achiis ilmaan isaa fidiitii uffatawwan dhedheeroo sana isaanitti uwwisi;+ 9 sabbatawwan sanas mudhii Aaronii fi mudhii ilmaan isaatti hidhi; marata mataa isaaniis isaan irra kaaʼi; lubummaanis akka dambii dhaabbataatti kan isaanii ni taʼa.+ Akka kanaan Aaronii fi ilmaan isaa luboota taʼanii akka tajaajilan isaan muudda.*+
 
 -