-
Baʼuu 28:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Ulfinaa fi miidhagina akka isaa kennuuf obboleessa kee Aaroniif uffata qulqulluu ni tolchita.+
-
-
Leewwota 16:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Inni uffata qulqulluu dheeraa quncee talbaa+ irraa tolfame haa uffatu; qumxaa* quncee talbaa+ irraa tolfameen qaama isaa* haa dhoksu; sabbata quncee talbaa+ irraa tolfame haa hidhatu; mataa isaattis marata mataa quncee talbaa+ irraa tolfame haa maratu. Kanneen kun uffatawwan qulqulluu+ dha. Inni qaama isaa bishaaniin erga dhiqatee+ booda isaan ni uffata.
-