Lakkoofsa 18:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Iddoo hundumaa caalaa qulqulluu taʼe keessatti isa ni nyaatta.+ Dhiirri hundi isa nyaachuu ni dandaʼa. Kun siif qulqulluu dha.+
10 Iddoo hundumaa caalaa qulqulluu taʼe keessatti isa ni nyaatta.+ Dhiirri hundi isa nyaachuu ni dandaʼa. Kun siif qulqulluu dha.+