LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 29:32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Aaronii fi ilmaan isaas foon korbeessa hoolaa sanaa fi maxinoo isa guuboo balbala godoo qulqulluu dura jiru sana keessa jiru ni nyaatu.+

  • Leewwota 6:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 “‘Seerri aarsaa midhaanii kana dha:+ Isin warri ilmaan Aaron taatan, iddoo aarsaa fuulduratti Yihowaa duratti isa ni dhiheessitu.

  • Leewwota 6:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Wanta isa irraa hafe Aaronii fi ilmaan isaa ni nyaatu.+ Innis iddoo qulqulluu keessatti akka maxinootti tolfamee nyaatama. Isaan mooraa dunkaana walgaʼii keessatti isa nyaatu.+

  • Leewwota 10:12, 13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Achiis Museen Aaroniin, akkasumas Eleʼazaarii fi Itaamaar warra ilmaan Aaron taʼanii fi lubbuudhaan oolaniin akkana jedhe: “Kun hundumaa caalaa qulqulluu waan taʼeef,+ aarsaawwan midhaanii aarsaawwan Yihowaa ibiddaan dhihaatan irraa hafan akka maxinootti tolchaatii iddoo aarsaa biratti nyaadhaa.+ 13 Inni aarsaawwan Yihowaa ibiddaan dhihaatan keessaa gaʼee kee fi gaʼee ilmaan keetii waan taʼeef, isin iddoo qulqulluu keessatti isa nyaadhaa;+ sababiin isaas, wantin ajajame kana dha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi