Leewwota 6:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Lubni sababii cubbuutiif isa dhiheessu isa ni nyaata.+ Iddoo qulqulluu keessatti, jechuunis mooraa dunkaana walgaʼii keessatti nyaatama.+ Lakkoofsa 18:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Iddoo hundumaa caalaa qulqulluu taʼe keessatti isa ni nyaatta.+ Dhiirri hundi isa nyaachuu ni dandaʼa. Kun siif qulqulluu dha.+
26 Lubni sababii cubbuutiif isa dhiheessu isa ni nyaata.+ Iddoo qulqulluu keessatti, jechuunis mooraa dunkaana walgaʼii keessatti nyaatama.+
10 Iddoo hundumaa caalaa qulqulluu taʼe keessatti isa ni nyaatta.+ Dhiirri hundi isa nyaachuu ni dandaʼa. Kun siif qulqulluu dha.+