LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 10:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 “Inni hundumaa caalaa qulqulluu waan taʼeef, akkasumas balleessaa yaaʼichaa akka irraa kaastanii fi Yihowaa duratti araara akka isaaniif argamsiistaniif kan isiniif kenname waan taʼeef, isin aarsaa cubbuu sana iddoo qulqulluu keessatti nyaachuu kan dhiistan maaliifi?+

  • Lakkoofsa 18:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Wantoota hundumaa caalaa qulqulluu taʼanii fi aarsaawwan ibiddaan dhihaatan keessaa aarsaawwan midhaanii+ isaanii, aarsaawwan cubbuu+ isaanii fi aarsaawwan yakkaa+ isaanii warra gara kootti fidan dabalatee aarsaan isaan dhiheessan hundi kan kee ni taʼa. Kun sii fi ilmaan keetiif hundumaa caalaa qulqulluu dha.

  • Hisqiʼel 44:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Isaan aarsaa midhaanii,+ aarsaa cubbuu fi aarsaa yakkaa+ ni nyaatu; Israaʼel keessatti wanti adda baafame kam iyyuu kan isaanii ni taʼa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi