LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 5:11, 12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 “‘Inni gugee bosonaa lama yookiin cuucii gugee lama dhiheessuu hin dandaʼu yoo taʼe, daakuu bullaaʼaa eefaa tokko keessaa harka kudhan keessaa harka tokko*+ cubbuu isaatiif aarsaa cubbuu godhee haa fidu. Kun aarsaa cubbuu waan taʼeef, zayitii itti naquu yookiin ixaana adii irra kaaʼuu hin qabu. 12 Gara lubichaattis isa haa geessu; lubichis isa irraa hammaarraa tokko fuudhee guutummaa aarsichaa kan bakka buʼu gochuudhaan, iddoo aarsaa irratti aarsaawwan Yihowaadhaaf ibiddaan dhihaatan gubbaatti ni aarsa. Kun aarsaa cubbuu ti.

  • Leewwota 6:25, 26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 “Akkana jedhii Aaronii fi ilmaan isaatti himi: ‘Seerri aarsaa cubbuu kana dha:+ Horiin aarsaa cubbuu taʼee dhihaatu bakkuma horiin aarsaa gubamu taʼee dhihaatu itti qalamutti+ Yihowaa duratti ni qalama. Inni hundumaa caalaa qulqulluu dha. 26 Lubni sababii cubbuutiif isa dhiheessu isa ni nyaata.+ Iddoo qulqulluu keessatti, jechuunis mooraa dunkaana walgaʼii keessatti nyaatama.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi