-
Leewwota 6:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 “‘Seerri aarsaa midhaanii kana dha:+ Isin warri ilmaan Aaron taatan, iddoo aarsaa fuulduratti Yihowaa duratti isa ni dhiheessitu.
-
-
Hisqiʼel 42:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Achiis inni akkana naan jedhe: “Kutaawwan nyaataa kallattii kaabaatiin argamanii fi kutaawwan nyaataa kallattii kibbaatiin argaman warri iddoo banaatti aansanii jiran+ sun kutaawwan nyaataa qulqulluu bakka luboonni Yihowaatti dhihaatan aarsaa hundumaa caalaa qulqulluu taʼe itti nyaatani dha.+ Iddoon sun qulqulluu waan taʼeef, isaan aarsaa hundumaa caalaa qulqulluu taʼe, aarsaa midhaanii, aarsaa cubbuu fi aarsaa yakkaa achi kaaʼu.+
-