LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 2:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Wanti aarsaa midhaanii irraa hafe kam iyyuu kan Aaronii fi kan ilmaan isaa ti;+ kunis wanta aarsaawwan Yihowaadhaaf ibiddaan dhihaatan irraa hafe waan taʼeef hundumaa caalaa qulqulluu dha.+

  • Lakkoofsa 18:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Wantoota hundumaa caalaa qulqulluu taʼanii fi aarsaawwan ibiddaan dhihaatan keessaa aarsaawwan midhaanii+ isaanii, aarsaawwan cubbuu+ isaanii fi aarsaawwan yakkaa+ isaanii warra gara kootti fidan dabalatee aarsaan isaan dhiheessan hundi kan kee ni taʼa. Kun sii fi ilmaan keetiif hundumaa caalaa qulqulluu dha.

  • Nahimiyaa 13:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Innis kutaa mana kuusaa* guddaa taʼe tokko bakka kanaan dura isaan kennaa midhaanii, ixaana adii, miʼawwan, kurnoo midhaanii, daadhii wayinii haaraa fi zayitii+ warra Leewwotaaf,+ faarfattootaa fi karra eegdotaaf akka kennamu ajajamee fi buusii lubootaaf godhame keessa kaaʼuuf itti fayyadaman sana isaaf ni qopheesse.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi