-
Leewwota 10:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Achiis Museen Aaroniin, akkasumas Eleʼazaarii fi Itaamaar warra ilmaan Aaron taʼanii fi lubbuudhaan oolaniin akkana jedhe: “Kun hundumaa caalaa qulqulluu waan taʼeef,+ aarsaawwan midhaanii aarsaawwan Yihowaa ibiddaan dhihaatan irraa hafan akka maxinootti tolchaatii iddoo aarsaa biratti nyaadhaa.+
-
-
Lakkoofsa 18:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Wantoota hundumaa caalaa qulqulluu taʼanii fi aarsaawwan ibiddaan dhihaatan keessaa aarsaawwan midhaanii+ isaanii, aarsaawwan cubbuu+ isaanii fi aarsaawwan yakkaa+ isaanii warra gara kootti fidan dabalatee aarsaan isaan dhiheessan hundi kan kee ni taʼa. Kun sii fi ilmaan keetiif hundumaa caalaa qulqulluu dha.
-