-
Leewwota 7:9, 10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 “‘Aarsaan midhaanii iddoo ibiddaa keessatti tolfame yookiin distii keessatti yookiin eelee irratti+ qophaaʼe kam iyyuu kan luba isa isa dhiheessu sanaa ti. Kun kan isaa ni taʼa.+ 10 Aarsaan midhaanii zayitiidhaan makame+ yookiin goggogaa taʼe+ kam iyyuu garuu kan ilmaan Aaron hundumaa ni taʼa; hundi isaanii gaʼee wal qixa taʼe ni qabaatu.
-