-
Keessa Deebii 18:3, 4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 “Luboonni sabicha irraa wantoota kana argachuuf mirga qabu: Namni qotiyyoo yookiin hoolaa aarsaa godhee dhiheessu kam iyyuu, harka isaa, mangaagaa isaa fi miʼawwan garaa isaa lubichaaf ni kenna. 4 Midhaan kee isa jalqabaa, daadhii wayinii kee isa haaraa, zayitii kee fi rifeensa bushaayee kee irraa jalqaba murame isaaf kenni.+
-