Baʼuu 40:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Achiis naannoo isaatti mooraa ijaariitii+ balbala mooraa sanaa irratti golgaa+ fannisi. 1 Mootota 6:36 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 36 Mooraa+ isa keessaa dhagaa bocamee tarree sadiin wal irra kaaʼamee fi saanqaa gaattiraa tarree tokkoon kaaʼameen ni ijaare.+
36 Mooraa+ isa keessaa dhagaa bocamee tarree sadiin wal irra kaaʼamee fi saanqaa gaattiraa tarree tokkoon kaaʼameen ni ijaare.+