LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 27:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 “Balballi mooraa kanaa golgaa foʼaa bifa cuquliisaa, suufii bifa dhiilgee, foʼaa diimaa fi quncee talbaa baʼeessa taʼee foʼame irraa walitti dhaʼamee+ fi dhundhuma 20 dheeratu haa qabaatu; akkasumas utubaawwan afurii fi miiloowwan uraa qaban afur haa qabaatu.+

  • Baʼuu 38:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Golgaan balbala mooraa sanaa foʼaa bifa cuquliisaa, suufii bifa dhiilgee, foʼaa diimaa fi quncee talbaa baʼeessa taʼee foʼame irraa walitti kan dhaʼame ture. Golgaan kun dheerinni isaa dhundhuma 20, ol dheerinni isaa immoo dhundhuma 5 yeroo taʼu, ol dheerinni isaa ol dheerina golgaa mooraa sanaa wajjin wal qixa dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi