LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 2:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Wanti aarsaa midhaanii irraa hafe kam iyyuu kan Aaronii fi kan ilmaan isaa ti;+ kunis wanta aarsaawwan Yihowaadhaaf ibiddaan dhihaatan irraa hafe waan taʼeef hundumaa caalaa qulqulluu dha.+

  • Leewwota 5:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Lubichis cubbuuwwan kana keessaa cubbuu inni hojjete kamiif iyyuu araara isaaf ni argamsiisa; cubbuun isaas isaaf ni dhiifama.+ Aarsaan inni hafe akkuma aarsaa midhaanii+ kan lubichaa ni taʼa.’”+

  • Hisqiʼel 44:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Isaan aarsaa midhaanii,+ aarsaa cubbuu fi aarsaa yakkaa+ ni nyaatu; Israaʼel keessatti wanti adda baafame kam iyyuu kan isaanii ni taʼa.+

  • 1 Qorontos 9:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Namoonni tajaajila qulqulluu raawwatan, wanta mana qulqullummaa keessa jiru irraa akka nyaatanii fi namoonni yeroo hunda iddoo aarsaatti tajaajilan iddoo aarsaa sana irraa qooda isaanii akka fudhatan hin beektanii?+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi