-
Leewwota 6:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 “‘Seerri aarsaa midhaanii kana dha:+ Isin warri ilmaan Aaron taatan, iddoo aarsaa fuulduratti Yihowaa duratti isa ni dhiheessitu.
-
-
Lakkoofsa 18:30, 31Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
30 “Akkana isaaniin jedhi: ‘Isin isaan keessaa isa hunda irra caalu yommuu buusii gootan, Leewwotaaf akka oomisha oobdii irraatti, akka oomisha cuunfaa wayinii yookiin cuunfaa zayitiitti ni lakkaaʼama. 31 Kun mindaa tajaajila dunkaana walgaʼiitti raawwattaniif isiniif kaffalamu waan taʼeef, isinis taatan maatiin keessan bakka kamitti iyyuu isa nyaachuu ni dandeessu.+
-
-
Keessa Deebii 18:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 “Leewwonni luboota taʼanii fi guutummaan gosa Leewwii Israaʼelotaa wajjin gaʼeen yookiin dhaalli isaaniif hin kennamne. Isaan aarsaawwan Yihowaadhaaf ibiddaan dhihaatan warra dhaala isaa taʼan ni nyaatu.+
-