-
Leewwota 4:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Sana booda lubni dibame+ sun dhiiga jibicha sanaa irraa muraasa fuudhee gara dunkaana walgaʼichaatti haa fidu;
-
-
Leewwota 16:27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 “Jibichi aarsaa cubbuu fi reʼeen aarsaa cubbuu warri araara argamsiisuuf dhiigni isaanii gara iddoo qulqulluutti geeffame sun, buufatichaa alatti geeffamu; gogaan isaanii, foon isaanii fi cumaan isaanii ibiddaan ni gubama.+
-
-
Ibroota 13:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Sababiin isaas, foon horii lubni ol aanaan dhiiga isaanii aarsaa cubbuutiif gara iddoo qulqulluutti geessu sanaa buufatichaa alatti gubama ture.+
-