29 “‘Dhiironni luboota taʼan hundi isa ni nyaatu.+ Inni hundumaa caalaa qulqulluu dha.+ 30 Horiin aarsaa cubbuu taʼee dhihaatu dhiigni isaa iddoo qulqulluu keessatti araara argamsiisuuf gara dunkaana walgaʼiitti kan fidame yoo taʼe garuu nyaatamuu hin qabu.+ Ibiddaan gubamuu qaba.