LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 11:21-24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 “‘Ilbiisota baallee qabanii fi luka arfaniin deeman keessaa warra faana isaaniitii olitti lukti isaanii dadachaʼuu fi lafa irra utaalan qofa nyaadhaa. 22 Kanneen kana nyaachuu dandeessu: awwaannisa godaanu akaakuu garaa garaa, awwaannisa nyaatamu+ kan biraa, farda waaqayyoo fi kuruphisa. 23 Ilbiisonni baallee qabanii fi luka afuriin deeman kaan hundi isiniif jibbisiisoo dha. 24 Wantoonni kun isin xureessuu dandaʼu. Namni raqa isaanii tuqu kam iyyuu hamma galgalaatti xuraaʼaa taʼa.+

  • Keessa Deebii 14:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Haa taʼu malee, horiiwwan alala guuran yookiin kotteen isaanii baqaqe kana hin nyaatinaa: gaalli, illeettiinii fi osoleen alala kan guuran taʼus kotteen isaanii baqaqaa miti. Isaan isiniif xuraaʼoo dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi