Leewwota 1:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 “Akkana jedhii Israaʼelotatti* dubbadhu: ‘Isin keessaa eenyu iyyuu beeladoota keessaa Yihowaadhaaf aarsaa kan dhiheessu yoo taʼe, aarsaa keessan loon yookiin bushaayee* keessaa dhiheessaa.+
2 “Akkana jedhii Israaʼelotatti* dubbadhu: ‘Isin keessaa eenyu iyyuu beeladoota keessaa Yihowaadhaaf aarsaa kan dhiheessu yoo taʼe, aarsaa keessan loon yookiin bushaayee* keessaa dhiheessaa.+