LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 8:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Achiis guuboo maxinoo isa Yihowaa dura jiru sana keessaa, maxinoo bifa amartiitiin tolfame+ tokko, maxinoo bifa amartiitiin tolfamee fi zayitiidhaan jiidhe+ tokko, akkasumas maxinoo haphii tokko ni baase. Achiis cooma sanaa fi luka mirgaa sana irra isaan kaaʼe.

  • Leewwota 8:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Achiis Museen harka isaanii irraa fuudhee iddoo aarsaa irratti, aarsaa isa gubamuu olitti akka aaran godhe. Kanneen kun aarsaa muudamaa isa urgaan isaa gammachiisu* turan. Kun aarsaa Yihowaadhaaf ibiddaan dhihaatu ture.

  • Lakkoofsa 6:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 “‘Seerri Naazricha ilaalchisee kenname kana dha: Inni guyyoota Naazricha taʼee itti jiraatu yommuu xumurutti,+ gara balbala dunkaana walgaʼiitti ni fidama.

  • Lakkoofsa 6:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Sana booda lubichi gateettii xobbaallaa hoolaa sanaa isa affeelame,+ maxinoo bifa amartiitiin tolfamee fi guuboo keessa jiru irraa tokko, akkasumas maxinoo haphii sana irraa tokko fuudhee Naazrichi mallattoo Naazrummaa isaa erga haaddatee booda barruu isaa irra ni kaaʼa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi