31 Achiis Museen Aaronii fi ilmaan isaatiin akkana jedhe: “Foonicha balbala dunkaana walgaʼii irratti affeelaa;+ akkuman, ‘Aaronii fi ilmaan isaa isa ni nyaatu’ jedhamee ajajamettis foonicha maxinoo isa guuboo muudamaa keessa jiruu wajjin achumatti ni nyaattu.+