LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 29:31, 32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 “Korbeessa hoolaa yeroo luboonni muudamanitti sirna geggeeffamu irratti dhihaatu sana fuutee foon isaa iddoo qulqulluu keessatti affeelta.+ 32 Aaronii fi ilmaan isaas foon korbeessa hoolaa sanaa fi maxinoo isa guuboo balbala godoo qulqulluu dura jiru sana keessa jiru ni nyaatu.+

  • 1 Qorontos 9:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Namoonni tajaajila qulqulluu raawwatan, wanta mana qulqullummaa keessa jiru irraa akka nyaatanii fi namoonni yeroo hunda iddoo aarsaatti tajaajilan iddoo aarsaa sana irraa qooda isaanii akka fudhatan hin beektanii?+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi