-
Baʼuu 30:26-28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 “Zayitii sanaan, dunkaana walgaʼii+ fi taabota Dhugaa Baatuu sana, 27 minjaalichaa fi miʼawwan isaa hundumaa, baattuu ibsaa fi miʼawwan isaa, iddoo aarsaa ixaanaa, 28 iddoo aarsaa aarsaan gubamu irratti dhihaatuu fi miʼawwan isaa hundumaa, akkasumas miʼa bishaanii sanaa fi wanta inni irra taaʼu ni dibda.
-